Fuula Dura

ISO 639 Icon om.svg
Anaadhufu gara Wikipiidiyaa
Galmee Beekumsaa bilisaa kan namuu gulaaluu danda'u.

Barruu 1,314 Afaan Oromoon

Flag of the Oromia Region.svg
Tarree Fuula Hundaa · Jijjiirama Dhihoo · Gargaarsa · Barreessuu
25 Caamsaa 2023
Mata Duree Har'aa
Rammaddiwwan
Nuvola apps edu science.svg


P Society.png


Nuvola apps kcoloredit.svg


Icon tools red.svg


Flag of the Oromia Region.svg
Oromiyaan kutaalee Itoophiyaa kurnan keessaa tokkodha. Ballina lafa bahaa hanga kibba-dhihaa biyya keessatti 353,632 km² ta'e qabaatee, baayyina uummataa bara 2002 tilmamee hanga miliyoona digdamii-afurii qabdi, kunis ballina lafaa fi baay'ina ummataan biyyaa keessaa tokkofaa ishee tasisaa. Isheenis kan ofii keessa qabduu: kutaa Arsii, Baalee, Harargee, Iluu Abbaa Booraa, Kafaa, Shawaa, Sidaamoo fi Wallagga of keessaa qabdi, Booranaa fi Gujiin Sidaamoo jalatti walitti qabama turan. Magaalaan guddoon Oromiyaa durii Finfinnee yoo taatu, kan ammaa garuu Adaamaadha. Bara booda gaaffii mirgaa sabni Oromoo gaafateen booda gara Finfinneetti deebbite. Magaallan gugguddoon biraa Oromiyaa keessatti argaman Adaamaa, Amboo, Asallaa, Bishooftuu, Dambidoolloo, Fiichee, Gimbii, Gobbaa, magaalaa Jimmaa, Mattuu, Nagallee Booranaa, Naqamtee, Shaashamannee fi Walisoo dha.
Barruu saayiinsawaa

Balbala’a ykn Neebuulaa jechii neebuulaa jedhuu jechaa laatiinii yoo ta'uu hikkinni isaas duumessaa ykn hurrii jechuudha.

Lafjoolee Sirna Biiftuu

Lafjoo sirna keenyaa.png

Maqaa Afaan

ingiffaa

Maqaa Afaan

Oromoo

Mallattooo Bara 2023
Capricorn Reettii Muddee 20 (2022) – Amajjii 19
Aquarius Baaldii Amajjii 20– Guraandhala 17
Pisces Albaadheesaa Guraandhala 18 – Bitootessa 19
Aries Korbeessa Bitootessa 20 – Ebla 19
Taurus Qotiyyoo Ebla 20 – Caamsaa 20
Gemini lakkuu Caamsaa 21 – Waxabajjii 20
Cancer Qaajibbuu Waxabajjii 21 – Adooleessa 22
Leo leenca Adooleessa 23 – Hagayya 22
Virgo Dubree Hagayya 23 – Fulbaana 22
Libra Madaltoo Fulbaana 23 – Onkololeessa 22
Scorpio Gaawwisoo Onkololeessa 23 – saadaasa 21
Sagittarius Xiyya saadaasa 22 – Muddee 21
Damee


Wiikipiidiyaa Afaanota Afrikaa kan Biraatin
Afaan