Open main menu

Wikipedia β

Kartaa Adunya kan Afrikaa agarsisu

Afrikaan addunyaa keessaa ardii guddittii lammaffaa fi ardii baay'ina ummataan Eshiyaatti aantee lammaffaa irra jirtu dha. Odollan(island) Afrikaatti dhihaataniin walitti qabame Afrikaan bal'inni ishee hanga 30,221,532 km² (11,668,545 mi²) yoo ta'u, balinni kuni immoo 6.0% balinna addunyaa (lafaa fi bishaan walitti qabame) yo qabaattu, kan lafa qofaatiin immoo 20.4% ballina addunyaa qabata.

Bara 2005 baay'ina ummataa 900,000,000 caalu biyyoata 61 keessatti yoo qabdu, baayinni ummataa kun immoo 14% baayina ummata addunyaa ta'a. Ardiin kun kaabaan Galaana Mediteraaniyaanii, kaaba bahaan Suwiiz Kanaal fi Galaana Diimaa, kibba bahaan Garba Indiyaa, dhihaan immoo Garba Atilaantiikii daangeffamte argamti. Madagaskaar iin walitti Afrikaa keessa biyyoota 46tti argama, odolaan walitti immoo biyyoota 53tti argama.

Footoo Afrikaa satellite irra fudhatame



Ardii


Dachee Aafrikaa
Aafrikaa Giddu Galeessaa | Aafrikaa Kibbaa | Aljeeriyaa | Angoolaa | Beeniin | Bootiswaanaa | Burkinaa Faasoo | Buruundii | Chaad | Eeritiraa | Gaabon | Gaambiyaa | Gaanaa | Giinii | Giinii-Bisaa’uu | Ijiipti | Iqu’aatoriyaal Giinii | Itoopiyaa | Jibuutii | Kaameruun | Keeniyaa | Keeppi Verdee | Komoroos | Kootdivo’aar | Laayibeeriyaa | Leesoottoo | Liibiyaa | Maalaawwii | Maalii | Madagaskaar | Mooriishes | Mooritaaniyaa | Moozaambiik | Morookoo | Naayijeeriyaa | Namiibiyaa | Niijer | Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo | Riippabiliika Koongoo | Ruwaandaa | Sa’o Toomee fi Piriinsippee | Sahaaraa Dhihaa | Senegaal | Seraa Liyoon | Siishelsi | Siwaziilaandi | Somaaliyaa | Sudaan | Sudaan Kibbaa | Tanzaaniyaa | Toogoo | Tuniisiyaa | Yugaandaa | Zaambiyaa | Zimbaabuwee
Commons-logo.svg
Wikimedia Commons has media related to: