Harargee

Baay,ee gaariidha
  • Harargee Bahaa godina Oromiyaa kudha-lamaan keessaa tokko yoo taatu, maqaa kanas kutaa biyyaa Harargee durii irraa fudhatte.

Harargee bahaa

aanaabaayee qabuuahaa 1 aanaa haromaaya 2 aanaa baabbilee 3 aanaa midhagaa tolaa 4 aanaa dadar 5 aanaa konbolcha 6 aanaa fadis 7 aanaa mayyu mulluqe 8 aanaa gurawaa 9 aanaa baddannoo 10 aanaa jaarsoo 11 aanaa cinaaqsan 12 aanaa gooroo guutuu 13 aanaa meettaa 14 aanaa gooroo muxii 15 aanaa gola odaa 16 aanaa qarsaa 17 aanaa malkaaballo 18 aanaa kurfaacallee 19 aanaa qumbii 20 aanaa gursum aanaan midhagaa Araddaa 19 qaba magaalaa miidhagaa Araddaa rooba Araddaa lencaa Araddaa barzaala Araddaa urjii Araddaa qeeransaa Araddaa tarkaanfataa Araddaa biyyoo waraabaa Araddaa mudhii baallii Araddaa bilisummaa Araddaa quufa Araddaa maabara nagayaa Araddaa suufataa Araddaa nagaya midhagaah Araddaa ibroomuussaa Araddaa salaama Araddaa diddiimtu qalayaa Araddaa Mullu Aradjiddo gaarri

Harargee lixa jechun Aanolee fi magaalaa guddoo fi xixiqqoo baayee qabdii

align="center"ber

Ancar Magaalaa Badeessaa Bookee Magaalaa Ciroo anaa Ciroo Daaroo Labuu Doobba Gammachiis Gubbaa Qorichaa Habroo Qunnii SHanan Dhugoo Mi'eessoo Tuulloo Burqaa dhimtu guunbii boridoddee iddowan hawatoo taa,an akka garra Mukutar holqa waraabeesa,parkii Saphaale]] Harargee lixa jedhamti godinaalee oromiyaa kesaa bahati argamti [Harargee lixa (dhihaa) kibbaan Laga Shabalee kan godina Baalee irraa gargar baasuun kibba-dhihaan | godina Arsiin | kaaba-dhihaan naannoo Affaar | kaabaan naannoo Sumaalee | bahaan godina Harargee Bahaatiin | daangeffamtee argamti gaarii dheerina guddaa qabu godina kanaaa Gaara Muktaar Magaalan beekamoon godina kanaa magaala ciroo Baddeessaa,Hirna,Galamsoo, Machaaraa fi Mi'eessoo dha.

Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa (Central Statistical Authority) akka gabaasa Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shayii Itoophiyaa irratti hundaa'e akka ibsetti bunni toonii 8,364.00 ta'u bara dhumaa 1997 E.C. (2005 G.C.) irratti akka Harargee dhihaati biqile ibseera. Kun immoo baasii Oromiyaa keessaa dhibbantaa 7.27% yoo ta'u, baasii biyya (Itoophiyaa) keessaa immoo dhibbantaa 3.7% ta'a.[1] Gabaasa Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa irraa bara 1997 E.C. (2005 G.C.) akka ibsutti, godinni kun tilmaamaan baay'ina ummataa 1,787,086, yoo qabaatu kan kessa 915,138 dhiraa yoo ta'an kan hafan yokan immo 871,948 immo dubraa dha. Bayyina ummata oliitii ibsame keessa dhibbantaan 9.6% yookaan namni 171,598 baadiyyaa ala jiraatu. Ballina lafa tilmaamaan 17,552.23 km2 ta'u keessatti "density" (rukkina) ummata Harargee dhihaa tilmaamaan 101.82 people per square kilometer ta'a.[2]

Akka Baankii Addunyaa memorandamii Caamsaa 24, 2004 G.C. akka ibsutti, Parsentiin 9% jirattotta Harargee Dhihaa elektiriikii ni fayyadamu, akkasumas "density" karaa konkolaataa godina kanaa 23.6 kilometers per 1000 square kilometers yoo ta'u (kunis yoo kilometer 30 biyya wajjin yoo walitti madalaan) [3], akkasumas avregiin abba mana badiyya tokko hektara lafa 0.5 (kunis hektara lafa biyya 1.01 fi hektara lafa Oromiiya 1.14 wajjin yoo walitti madalamu[4], akkasumas avregiin abba mana baddiya tokko mataan horii mana hanga 0.6 qaba. Persentiin 16.4% ummatta, namotta qonaa malee jiratan yoo ta'an, kunis yoo kan biyya persenti 25% fi kan Oromiyaa 24% wajjin yoo walitti madalan. Ijoollee barachuu danda'an kessa persentiin 55% mana barumsa sadarka tokkoffati galma'ani argamu, akkasumas persentiin 8% mana barumsaa sadarkaa lammaffaatti galmaa'anii argamu. Dhibbantaan 92% godina kanaa busaa malariaf banaa kan jiran yoo ta'an, tokkoleen Tsetse flyiif banaa miti. Memorandamiin zonii kana risqii qilleensa gogga (drought) qabachun qabxii 372 kenafi

Bulchaan ummata Oromiyaa guyya 25 Caamsa 2006 G.C. akka ifaa godhetti hojji bishaan dhugaatii ta'u baasuu 429 ta'u dhumachutti akka jiru fi hojii bira geggefamu jiran wajjin yoo walitti qaban, bishaan dhugaatii ta'u jiraattota hanga 72,300 ta'anif kan ba'u yoo ta'u, kunis persenti 37% hanga 47%f tajaajila bishaanii kenna.[6]