• Home
  • Random
  • Nearby
  • Saaqii seeni
  • Settings
  • Keena
  • Waa'ee Wikipedia
  • Waakkii
Wikipedia

Wallagga Bahaa

  • Afaan
  • Ilalu
  • Edit

Godinni Wallagga Bahaa Godinaalee Lixa Oromiyaatti argaman keessa ishee tokko. godinaalee fi naannoolee adda addaa tiin kan daangeffamtu ta’ee Godinichi bahaan Godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Lixa Shawaatiin, Lixaan Godinaalee Wallagga Lixaa, Iluu Abbaa Booraa fi naannoo Beenishaangul Gumuziin, Kaabaan Godinaalee Horroo Guduruu Wallaggaa fi Naannoo Amaaraatiin, Kibbaan Godinaalee Iluu Abbaa Booraa fi Jimmaatiin daangeffamti.

File:Wallagga Bahaa.jpg
Aanolee Wallagga Bahaa

Notes Edit


Aanolee Wallagga Bahaa
Boonayyaa Boshee | Diggaa | Giddaa Kiiramuu | Gobbuu Sayyoo | Gudayyaa Biilaa | Guutoo Giddaa | Haroo Limmuu | Ibantu | Jimmaa Arjoo | Leeqaa Dullachaa | Limmu | Magaalaa Naqamtee | Nuunnoo Qombaa | Saasigga | Sibuu Siree | Waamaa Hagaloo | Waayyuu Tuka


Godinaalee Oromiyaa[1][2]
Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa
  1. ↑ "Oromia zone". oromiyaa.gov.et. 
  2. ↑ "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo). 
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Wallagga_Bahaa&oldid=32850" irraa kan fudhatame
Last edited on 10 Haggaya 2020, at 20:12

Languages

    • Cebuano
    • English
    • Français
    • Italiano
    • Svenska
    • 中文
    • IsiZulu
    Wikipedia
    • Fuulli kun dhumarratti kan gulaalame guyyaa 10 Haggaya 2020, sa'aa 20:12 irratti.
    • Content is available under CC BY-SA 4.0 unless otherwise noted.
    • Imaammata mateenyaa
    • Waa'ee Wikipedia
    • Waakkii
    • Code of Conduct
    • Terms of Use
    • Desktop
    • Ogeessota Moosaajii
    • Istaatistiksii
    • Hima kus-yaadannoo