Godina Baalee Bahaa

Godina Arsii Dhihaa
Biyya: Itoophiyaa
Naannoo: Oromiyaa
Magaalaa Guddaa: [[Gindhiir [1]]]
Baayyina ummataa:
Tuuta'insa ummataa:

Godinni Baalee Bahaa godinaalee Oromiyaa kessa isa tokko. Baaleen Bahaa bara 2020 godina Baalee irra aanoota baadiyaa 7 fi bulchiinsa magaala 1 irraa fudhachuuni kan hundoofte.[1]


Godinaalee Oromiyaa[2][3]
Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa


Aanolee Baalee Bahaa
Gindhir | Rayitu | Sawena | Dawe Sarari | Dawe Kachan | Laga Hidha | Gololcha | Gasara | Magaalaa Gindhir
  1. 1.0 1.1 "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". Archived from the original on 2020-10-19. Retrieved 2020-08-10. 
  2. "Oromia zone". oromiyaa.gov.et. 
  3. "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo).