Shawaa Kaabaa

Shawaa Kaabaa
300px
Godinaalee Oromiyaa
Biyya: Itiopyaa
Naannoo: Oromiyaa
Magaalaa Guddaa: [[]]
Baayyina ummataa:
Tuuta'insa ummataa:

Shawaan Kaabaa godinaalee Oromiyaa keessa tokko yoo ta'u kan itti argamus Oromiyaa gara kaabaatti.

Gaaraa alii dheeraa koottaa dawwaadhaa.garri ali dheeraa /tullun ali-dheeraa dheerina kiloomeetira 80 yoo dheeraatuu lafa ganda 2 ta,u uwwisee argama .bineensoota akkaa qamalee waraabessa qerrensa jaldeessa osolee fi ilbisoota akkaa qarcoo bofa qocaa akkasumaas sinbirrota gosa 55 tu kessati argama tulluun ali dheeraa kan argamuu aanaa yaayaa gullallee ganda ali-dheeraa yoo ta'u iddoo kordiddaafi taltallee jedhamu gidduti argama.maal kana qofa ree iddowa


Salaale muka qofa osoon taane gootota magarsiti. 1. Jen. Taaddasaa Birruu 2. Agarii Tulluu 3. Badhaadha Dilgaasaa 4. H/Maaram Gammadaa 5. Asaffaa Shaaroo Lammii 6. Shambal Abbabaa Biqilaa

7.Waamii Birraatuu
8. Wasanuu Didoo
9.Laggasaa Abdii . . . . 

10.magarsaa badhaadhaa


by A.R. Baallamii

WabiiEdit


Aanolee Shawaa Kaabaa

Abbichuu fi Nya'aa | Alaltuu | Bereh | Dagam | Darraa | Dabra Libaanos | Giraar Jaarsoo | Hidhabuu Abootee | Jidda | Kuyyuu | Muloo | Qimbibiit | Sululta | Warra Jaarsoo | Wucaalee | Yaayyaa Gullaallee


Godinaalee Oromiyaa[1][2]

Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa
  1. "Oromia zone". oromiyaa.gov.et. 
  2. "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo).