Limmuu galiilaan erga hundoofte waggoota dheeraa lakkoofsisteetti. garuu hanga har'atti jijjirama hin qabdu. Kun maaliif ta'ee garuu kan jedhu yaada nama hundaati. Haalli teessuma lafa ishii waan hundumaa qaba;badda daree,baddaa dilallaa'aa fi gammoojjii ni qabdi.