Zuwaay Dugdaa

(Zuwaay Dugdaa ykn Danbal irra kan qajeele)

Aanan Zuwaay dugdaa anolee godina Arsii keessa ishee bekkamtu dha. Anaan tun haalli qileensa ishe bakka lamatti qoodama. Isaanis: gara bahaatiin badda daree, irra jireesi ishii gammojidha. Magaaalan guddoon aanaa tana Ogolchoo jedhamti. Maqaan magaalichas maqaa gosa anna kana keesa jiratu kessa maqaa gosa Ogolchoo jedhamuutin moggae. Gosoota anaa kana keessa jiraatan keessa muraasni: HUMMANOOSA JAAWWI FARSAANA BAADOSA ABAARGADAA GOLANUURA GOOFANGIRA WEEGE Heexosaa Qalboo OGOLCHOO FI ISAAN BIROOS JIRI. Hanga bara 2008titi anatiin gandoota sodomii shan qabdi. Lagni guddan Kataar jedhamu aana tana keessatti argama. Lagni kunis yeroo amma misooma xinnof olaa jiraatus, humna gudda anicha fi godinaf ta'u ammas ni qaba. Laga kana irra iddolen bashananaaf ta'an heddutu jiru. Isaan keessa: fincaa'aa shaayee,riqicha ganda hallo fi magaalicha wal agarsisu isaan muraasa. hayyota bebeekamoo aana kana keesatti dhalatan keessaa muraasni:

  1. Jeneraal Kamaal Galchuu
  2. Dr Geeba Hamda
  3. Artist Qurujjee Sinbo
  4. Obbo Gammachuu Dubbisoo fi kkf kkf

kannen biroo fi isaanan amma lafaa dhufaa jiranis ni jiru.

Wabii Edit


Aanolee Arsii
Amiinyaa | Aseko | Maagallaa Asalla | Baale Gasgaar | Collee | Digaluu fi Xijjoo | Diiksis | Doddota | Enkelloo Waabee | Gololchaa | Gunaa | Hexoosa | Jajjuu | Limmuu fi Bilbiloo | Loddee Hexoosaa | Martii | Muneessa | Roobee | Seeruu | Siree | Shirka | Sude | Tena | Xiyyoo | Zuwaay Dugdaa


Godinaalee Oromiyaa[1][2]
Arsii | Arsii Dhihaa| Baale | Baalee Bahaa | Harargee Dhihaa| Harargee Bahaa | godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne | Shawaa Bahaa | Shawaa Kaabaa| Shawaa Kibba Lixaa | Shawaa Dhihaa | Qeellam Wallagaa | Wallaga Bahaa | Wallagga Dhihaa | Horroo Guduruu| Boorana| Gujii | Guji Dhihaa | Iluu Abbaa Booraa | Buno Baddallee | Jimmaa
  1. "Oromia zone". oromiyaa.gov.et. 
  2. "sirni hundeeffama Godina Baalee Bahaa". obnoromia.com (in oromo).