Naannoo Amaaraa
Amaaraa | ||
| ||
Biyya: | [[Itoophiyaa]] | |
Magaalaa Guddaa: | Bahar Daar | |
Afaan Hojii: | [[]] | |
Ballina: | 180 196km² | |
Baayyina ummataa: | 17 221 976 (2007) | |
Tuuta'insa ummataa: | 110/km² |
Naannoon Amaaraa naannoolee saglan biyya Itoophiyaa keessaa tokko ,qubsuma saba Amhara people (Amaaraa) yootaatu, dur naannoo 3 jedhamaa turte. Magaalaa guddoo ishii Baahir Daar jedhamti. Harri guddaan Itoophiyaa Hara Xaanaa), akkasumas, paarkiin Semein Mountain National Park fi gaarri olka'insa lafaan tokkoffaa Rash Dashen (Raash Daashin) achitti argama.
Qoqooddama Itoophiyaa | ||
---|---|---|
Naannoo | ||
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay | ||
Magaalota Of Bulchan | ||
Finfinnee | Dirre Dhawaa | ||
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura | ||
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo |