Naannoo Affaar
Mootummaa Naannoo Affaar | ||
| ||
Biyya: | Itoophiyaa | |
Magaalaa Guddaa: | Samaraa | |
Afaan Hojii: | Affaar | |
Ballina: | 72,053 km2 | |
Baayyina ummataa: | 1,602,995 | |
Tuuta'insa ummataa: | 22/km² |
Mootummaa Naannoo Affaar mootummoota naannoo kan Itoophiyaa salgan keessa tokko. Mootummaan Naannoo Affaar iddoo jireenyaa ummata Affaari. Magaalaa guddoon naannoo kanaa magaalaa reefu ijaarramte Samaraa dha.
Qoqooddama Itoophiyaa | ||
---|---|---|
Naannoo | ||
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay | ||
Magaalota Of Bulchan | ||
Finfinnee | Dirre Dhawaa | ||
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura | ||
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo |