Namoota FDG 2015/2016 irratti ajjeefaman
Tarreen armaan gadii kun namoota FDG 2015/2016 irratti ajjeefaman qabata.
Lak | Maqaa | Teessoo | Umurii | Guyyaa Du'aa | Hojii/Dabalata | |
---|---|---|---|---|---|---|
1 | Mahammad Daawud | Harargee Dhihaa, Daaroo Labuu | Bitootessa 20, 2016 | |||
2 | Alii Burii | Arsii Lixaa, magaalaa Kofalee | Bitootessa 30, 2016 | Hojjataa Hoteela Hawwii kan Kofalee | ||
3 | Tasfaayee Diriirsaa | Shawaa Dhihaa, Tokkee Kuttaayee | 15 | Bitootessa 25, 2016 | ||
4 | Tolasaa Dhufeeraa | Shawaa Dhihaa, Abuunaa Gindabarat | 20 keessa | Amajjii 15, 2016 | barataa waggaa 4ffaa Muummee Elektirikaal | |
5 |
Goobantii Caakkaa |
Shawaa Dhihaa, Ambo | Bitootessa 27, 2016 | |||
6 | Abduljaliil Mahaammad | Harargee Bahaa, magaalaa Soqaa | Bitootessa 26, 2016 | barataa kutaa 12ffaa | ||
5 | Girmaa Darajjee | Wallagga Bahaa, Giddaa Ayyaanaa | Bitootessa 21, 2016 | barataa kutaa 11ffaa | ||
6 | Abdulkariim Abdullaahi | Harargee Bahaa, Gurawaa, Araddaa Biiftuu | Bitootessa 17, 2016 | |||
7 | Abbaas Roobaa | Arsii Dhihaa, magaalaa Adaabbaa | 16 | Bitootessa 16, 2016 | ||
8 | Abduljabbaar Toofiq | Harargee Bahaa, Awwadaayi | Bitootessa 14, 2016 | barataa | ||
9 | Haydar Aliyyii | Harargee Dhihaa, Bookee Xiqqoo | Bitootessa 10, 2016 | |||
10 | Misgaanuu Masarat | Bitootessa 4, 2016 | barataa kolleejjii Barsiisootaa Naqamtee | |||
11 | Biraanuu Xaafaa | Shawaa Dhihaa, Aanaa Midaaqanyi | Bitootessa 3, 2016 | daldalaa | ||
12 | Bojaa Qaabataa | Shawaa Dhihaa, Aanaa Jalduu, Shukutee | Bitootessa 3, 2016 | |||
13 | Dagafaa Firrisaa | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | Gurraandhala 29, 2016 | |||
14 | Fayyisaa Caalii | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | Gurraandhala 29, 2016 | |||
15 | Tasfaayee Caalii | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | Gurraandhala 29, 2016 | |||
16 | Zarihuun Jireenyaa | Wallagga Bahaa, Arjoo Guddattuu | Amajjii 26, 2016 | |||
17 | Abbabaa Lataa | Shawaa Dhihaa, magaalaa Shanan | Amajjii 25, 2016 | barataa | ||
18 | Barii Sayid | Harargee Dhihaa, Masalaa | Amajjii 5, 2016 | |||
19 | Abbabaa Lataa | Shawaaa Lixaa, magaalaa Shanan | Amajjii 25, 2016 | barataa kutaa 8ffaa | ||
20 | Mahaammad Adam | Harargee Dhihaa, Asaboo, Waajija | Amajjii 23, 2016 | qonnaan bulaa | ||
21 | Shallamaa Tareessaa | Horroo Guduruu, Jimmaa Raaree, Gooban | Amajjii 21, 2016 | barataa | ||
22 | Yaasinoo Abdallaa | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
23 | Abdallaa Mahammad | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
24 | Abdallaa Mohammad | Asaboot | Amajjii 17, 2016 | ajajaa milishaa, namootarratti dhukaasuu waan dideef | ||
25 | Abdallaa Hassan | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
26 | Mussaa Hasan | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
27 | Abdulhakim | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
28 | Ahimad | Harargee Dhihaa, Mi'eessoo | Amajjii 17, 2016 | |||
29 | Leencoo Dinqeessaa | Shawaa Dhihaa, Ambo, Waddeessa | Amajjii 13, 2016 | |||
30 | Faahmii Abdurahman | Harargee Dhihaa, Calanqoo | barataa waggaa 4ffaa Muummee Saayinsii Nyaataa, | |||
31 | Sobbooqaa Dilgaasuu | Shawaa Dhihaa, Aanaa Midaaqanyi | Amajjii 12, 2016 | |||
32 | Caalaa Mahammed | Harargee Bahaa, Haromaayaa | Amajjii 12, 2016 | qonnaan bulaa | ||
33 | Fayisaa Daadhii | Shawaa Dhihaa, Ada'aa Bargaa, Mugar | 19 | Mudde 19, 2015 | ||
34 | Horaa Bantii | Iluu Abbaaboor, magaala Ganchii | Amajjii 4, 2016 | barataa waggaa 4ffaa Muummee Saayinsii Nyaataa, | ||
35 | Zawuduu Suyyum | Shawaa Dhihaa, Ada'aa Bargaa, Mugar | Amajjii 5, 2016 | |||
36 | Aalazaar Qalbeessaa | Wallagga Lixaa, magaalaa Innangoo | Mudde 10, 2015 | |||
37 | Izaddiin | Harargee Dhihaa, Ciroo | Amajjii 3, 2016 | barataa Yuunivarsiitii Jimmaa | ||
38 | Addunyaa Irreessoo | Horroo Guduruu, Jaardegaa Jaartee,
magaalaa Aliboo |
Amajjii 1, 2016 | barsiisaa | ||
39 | Gammachiis Xilaahun | magaalaa Najjoo | Mudde 30, 2015 | |||
40 | Murataa Alamuu | Godina Addaa Naannoo Finfinnee,
magaalaa Sulultaa |
Mudde 25, 2015 | Abbaa ijoollee lamaa, manasaa cabsanii
seenanii ajjeesan | ||
41 | Masarat Dinqaa | Qeellam Wallaggaa, Laalo Qilee | Mudde 26, 2015 | mana hidhaatti reebichaan du'e, qonnaan bulaa | ||
42 | Naatoo Gulummaa | Shawaa Dhihaa, Dandii | 18 | Mudde 23, 2015 | ||
43 | Biraanuu Dinqaa | Kibba-Lixa Shawaa, magaalaa Wancii | Muddee 12, 2015 | abbaa ijoollee sadi'ii | ||
44 | Tolasaa Leellisaa | Horroo Guduruu, Aanaa Guduruu | Mudde 16, 2015 | |||
45 | Taaddasaa Dhaabaa | Shawaa Dhihaa, Abuunaa Gindabarat | Mudde 14, 2015 | |||
46 | Nasraddiin Mahaammad | Arsii Lixaa, Adaabbaa | ||||
47 | Misraa Hajii | Arsii Lixaa, Dodola | ||||
48 | Huseen Duulaa | Arsii Lixaa, Adaabbaa | ||||
49 | Ababaa Gabbisaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
50 | Baqqalaa Tumsaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
51 | Magarsaa Bajjii | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
52 | Naatoo Gulummaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
53 | Dajanee Baayyisaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
54 | Caaltuu Taaddasaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
55 | Biraanuu Bajigaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
56 | Baqqalaa Raggaasaa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
57 | Taaddasaa Jambaree | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
58 | Tsaggaayee Abarraa | Shawaa Dhihaa, Jaldu | ||||
59 | Dinqaa Caalaa | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
60 | Ashannaafii | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
61 | Galaanee Beekana | Shawaa Dhihaa, Cittuu | ||||
62 | Zarihuun | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
63 | Seefuu Turaa | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
64 | Aschaaloo Warquu | Shawaa Dhihaa, Giincii | ||||
65 | Tashaalee Iregeessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
66 | Sirneessaa Saarbessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
67 | Darajjee Warqinaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
68 | Kabbadaa Taaddasaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
69 | Taaddasaa Abdiisaa | Shawaa Kibba Lixaa, Wancii | ||||
70 | Biraanuu Hayiluu | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
71 | Taaddasaa Dhaabaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
72 | Taaddasaa Tsiggee | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
73 | Kabbadaa Xaafaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
74 | Taaddasaa Dhaabaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
75 | Baayisaa Gaddafaa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
76 | Abdataa Lataa | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
77 | Inawugaw Hayiluu | Shawaa Dhihaa, Gindabarat | ||||
78 | Boruu Guutamaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
79 | Taarikuu Asaffaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
80 | Haabtaamuu Tsaggaayee | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
81 | Waaqoo Morodaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
82 | Ayaanaa Riqitaa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
83 | Saarbessaa Sirneessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Cittuu | ||||
84 | Leencoo Hundarraa | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
85 | Salamoon Mogos | Shawaa Kibba Lixaa, Ammayya | ||||
86 | Taaddee Safaraa | Shawaa Kibba Lixaa, Ammayya | ||||
87 | Abbabaa Bulloo | Shawaa Kibba Lixaa, Waliso | ||||
88 | Yaalew Damisee | Shawaa Kibba Lixaa, Ilfata | ||||
89 | Disoo Milkeessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Ilfata | ||||
90 | Dabalaa Xaafaa | Shawaa Kaabaa, Caancoo | ||||
91 | Bilbilaa Lalisaa | Shawaa Dhihaa, Asgorii | ||||
92 | Caalchisa Gonfaa | Shawaa Dhihaa, Asgorii | ||||
93 | Lammeessaa Fayyisaa | Shawaa Dhihaa, Ambo | ||||
94 | Girmaa Raggaasaa | Shawaa Dhihaa, Ambo | ||||
95 | Ulfaataa Cimdii | Shawaa Dhihaa, Ambo | ||||
96 | Fiqaaduu Girmaa | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
97 | Darajjee Gaaddisaa | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
98 | Taammanaa Tsaggaayee | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
99 | Duulee | Shawaa Dhihaa, Geedoo | ||||
100 | Abdataa Baayyisaa | Shawaa Dhihaa, Baabbicha | ||||
101 | Chala Tashoma | Shawaa Dhihaa, Baabbicha | ||||
102 | Baqqalaa Seefuu | Shawaa Dhihaa Mugar | ||||
103 | Baqqalaa Sobbooqaa | Shawaa Dhihaa, Mugar | ||||
104 | Dajanee Saarbessaa | Shawaa Kibba Lixaa, Gindo | ||||
105 | Muraad Abduu | Harargee Bahaa, Haromaayaa | ||||
106 | Miftaa Jundii | Harargee Dhihaa, Baddannoo | ||||
107 | Alaazar Qalbeessaa | Wallagga Dhihaa, Innangoo | ||||
108 | Eebbisaa Tuuchoo | Wallagga Bahaa, Fincaa'aa | ||||
109 | Qannoo Tolaa | Wallagga Bahaa, Gabatee | ||||
110 | Xilaahun Mullata | Wallagga Dhihaa, Dambi Doolloo | ||||
111 | Gamachiis Xilaahun | Wallagga Dhihaa, Najjo | ||||
112 | Damee Dabalii | Wallagga Dhihaa, Maqqanaajjoo | ||||
113 | Tafarii Dhangi'aa | Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjoo | ||||
114 | Ayyaanaa Bantii | Wallagga Dhihaa, Innangoo | ||||
115 | Luuccaa Gammachuu | Wallagga Dhihaa, Innangoo | ||||
116 | Gazzaany Oliiqaa | Wallagga Bahaa, Guduru | ||||
117 | Guutuu Qalbeessaa | Wallagga Dhihaa, Gullisoo | ||||
118 | Karrasaa Caalaa | Wallagga Dhihaa, Gullisoo | ||||
119 | Takkaalinyi Caalcisaa | Shawaa Lixaa, Ijaajjjii | Adoolessa 20, 2016 | barataa kutaa 11 | ||
120 | Ramadan Mahdi | Harargee Bahaa, Gursum | Adoolessa 14, 2016 | barataa kutaa 10 | ||
121 | Abdi Jibri | Harargee Bahaa, Gursum | Adoolessa 14, 2016 | qonnaan bulaa | ||
122 | Rashi Sule | Harargee Bahaa, Gursum | Adoolessa 14, 2016 | qonnaan bulaa |
Kanas Ilaalii
gulaali- Such a Brutal Crackdown:Killings and Arrests in Response to Ethiopia’s Oromo Protests, Human Rights Watch, Waxabajjii 2016