Yaada kee!

Hojii Gaarii!.. gulaali

Jabaadhu anis amma hojii walfakkaatu Oromoo Wiktionary irran jira. Yoo xiqqaate jechoota 3000 galcheera... Ammas ittan fufa. Ahrada2021 (talk) 19:58, 5 Bitootessa 2021 (UTC)Reply[reply]

What is my user link? gulaali

User: Maammee Maammee (dubbadhu) 09:35, 12 Waaxabajjii 2021 (UTC)Reply[reply]

Wikipedia gulaali

Wikipedian barruu kiyya gabaabaa jechuun na jalaa haqaa tureera. Amma barruu dhedheeraan dhufuun heda kaayyoon kee maali? Ahrada2021 (dubbadhu) 20:14, 12 Waaxabajjii 2021 (UTC)Reply[reply]

Baga Wikipedia deebite. Ani jijjiiramoota uumamani to'achaafi sirreessaa akkasumas darbee darbee barreessan jira. Kannen ati barreesites argeen jira, bayyee bareedaadha. Xiqqoo ishee style sirressan jira. Akka yaada kiyyaatti, otuu tarree barruu katabu barbaannu umnee yaada jedhuun qaba. Sana booda tarree san ilaala itti dabalaa deemna. Fekkaenyaaf tarree kanaa ilaali. Maammee (dubbadhu) 12:42, 18 Waaxabajjii 2021 (UTC)Reply[reply]