Maammee
Joined 18 Guraandhala 2020
Babel user information | ||
---|---|---|
| ||
Users by language |
Na waliin dalaguu ni feetaa? Maaloo, anu akkasuma hin barbaadu. Naa barreessi.
Gumaacha
gulaali- Tarree fuulota an uumee daawwadhu.
- Tumsaan Nama cimaa Wikipidiya Oromoo baay'ee gargareedhe.
Barruu dabaluu barbaadu
gulaali- baklava
- https://gulfnews.com/world/gulf/saudi/al-houthis-expel-400-african-migrants-after-protest-crackdown-1.78335309
- Garry Kasparov
- Richard rosner
- Judir Polgar
- chris hirata
Oromo community portal
gulaali- want to create and form community to work with
Gadaa
gulaali.
gulaali- oro center/community/dance/holiday/land/movie/one/review/tools/name
- oromia city/zone/observer/travel/tour
- et xyz/help/wiki/tech/lab/Quran/fayyaa
Mammaksoota walii kuusu jiru
gulaali- . Bara Bofti nama hidde lootuun nama kajeelti.
- . Wal akkeessee ollaan marqaa balleesse jette intalli.
- .Doqnaa fi garbuu sukkuumanii nyaatu.
- .Dhuufuun waliin mari'atanii dhuufan hin ajooftu .
- .Billaachi osoo ofii hin uffatin dhakaatti uffifti.
- . Dhukkuba Lukkuuf Sangaa Hin Qalan.
- . Dhiiga Ilkaan ofii hunda hin tufani hunda hin liqimsani !
- . Kudhan Obsanii kudhan gorsanii kudhan araarsu !
- .Bakka du'anitti malee bakka kufanitti hin hafani !
- .Callee harcaate hunda guuruun nama dhiba.
- .Namni Mana tokko ijaaru citaa wal hin saamu .
- .Qotiyyoon maasii tokko qottu wal hin waraantu.
- . Muka jigetti qottoon birmatti.
Fagaatuyyuu mana ofii, hammaatuyyuu fira ofii wayya. Manaa baala, alaa gaala. Yoo manni namatti jige, biyyatu namarraa kaasa; yoo biyyi namatti jige, maaltu namarraa kaasa Mariyatan malee, maraatanii mana hinbulchan Mana ofii haxaawwatanii, mana ormaa haxaa’u. Badiin biyya wajjinii godaansa. Eeboo darbatanii jinfuu hinqabatani. Adaamii ollaa hagamsaa, imimmaan irraa hinqooru. Abbaa gaariin nama dhalchuu mannaa, ayyaana gaarii dhalachuu wayya. Jaalalaan malee nageenyi, duumessaan malee roobni hinjiru. Biiftuun abbuma ilaaleef bahaa gara lixaati kan qotiyyoon iyyuu malu qacceen iyya Lubbuun abbaan hineegne lama hinbultu Quuqqaa cinaacha jalaa abbaatu beeka Qalbiin arguu malee ijji hinargu Dhuufuun mariin dhuufan hinxirooftu Mee dura kurupheen foon haataatu. Daldala baddee gabaa haalomfatte. Kana taa’umsatti jibban kaatee namatti sirbiti. Iddoo cite dhukkuba Qunceen walgargaartee arba hiiti. Kan jibbantu nama dhaala. Utuu horiin hingaliin hattuun mooraa guutte Akka malee ejjetanii, “ Maal lafti dabaan kun “ jedhu Mixiin walqabattee laga ceeti. Alagaa gaafa kolfaa fira gaafa golfaa Suuqan malee soqanii hin arg Akka baran osoo hin taane akka baraa bulan Kan akka walii horii walitti oolfatti Maqaa baduu manna mataan baduu wayya Kan haqa qabu murtii hin dhabu. Boru hin beekneen qodaan bukoo ishee sagali.