Hiibboo
Hiibboon ( Afaan Ingiliish: Riddles) gosoota afoolaa keessaa tokko ta’ee akka tapha gaaffii fi deebiitti dhihaatuudha. Hiibboon wanta beekkamaa tokko akka iccitiitti gaafachuun taphatama. Gaafatamaan wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuuf yaalaa. Yoo argate bakka waljijjiiruun gaafataa ta'a. Yoo deebisuu dadhabe immoo biyya kennuun deebii bara.[1]
Ummatni Oromoo durii kaasee hiibboo galgala erga loon galani booda hanga sa’aan hirriibaa gahuu ibbidda irratti wal-yaamani taphatu. Karaa kanaan uummatni daa’ima isaa jireenya hawaasummaa fi gadi fageenyaan hubachu ittiin barsiifataa dhufe. Kana malees Oromoon aadaa, falaasama, seenaa fi duudhaa karaa ittiin dabarsatuudha.
Gosoota hiibboo
gulaaliHiibboon waan gaafatamu irratti hundaa'uun hiibboo hibibii fi hiibboo hibbakka jedhamuun bakka lamatti qoodama. Hiibboo hibibiin ka deebiin isaa wantoota yoo ta’u namni kamuu waliin taphachuun dandeetti waa hubachuu kan itti cimsatuudha. Hiibboo hibbakkaan (Hibboo Xarii) deebiin isaa namoota beekkamoo ykn ollaa isaanii yoo ta'u yeroo baay'ee maatiin mana tookkoo taphachuun naannolee isaanii kan ittiin
Seera Hiibboon itti taphatamu
gulaali- Gaafataan warra gaafatuu sana keessaa yoo dhiira ta'e jibicha yoo dubara taate raada jedha.
- Jalaa qabaan ammo tari jedha.
- Gaafataan hiibboo jedha.
- Jalaa qabaan ammoo hibbakkaa ykn hibib jechuun qophaawuu isaa agarsiisa.
- Gaafataan ni gaafata.
- Jalaa qabaan deebisu yaala. Yoo deebise gara hiibboo haaraa gaafachuutti ce'uun xumarama.
- Jalaa qabaan yoo deebisuu dadhabe, gaafataan biyya naa kenni jedha.
- Jalaa qabaan maqaa biyyaa waamun kennaaf.
- Gaafataan lafa isaa ta'e irraa fudhatee hanga barbaade ykn hanga gaafatamaan afaan dammaan si qabe jedhutti arrabsaa lafa isaa immo faarsee deebii hima.
- Soba dhugaa fakkaatu. abiy
Fakkeenya
gulaali- Obsaa: Hiibboo.
- Obsee: Hibib.
- Obsaa: Harkaan facaasanii, ijaan funaanan.
- Obsee: Sanyii.
- Obsaa: Hin arganne.
- Obsee: Hin beeku maalinni.
- Obsaa: Biyya naa kenni.
- Obsee: Finfinne fudhadhu.
- Obsaa: Finfinnee fudhadhee maalan gaabbaa. Finfinne argadhee maalan dhaba. Handhuura oromiyaa lafa gamoon bosonaa. Lafa bareedaan keessa guute. Ati fuula kee cilee dibadhu akka hoolaa jaanjoon lafaa sitti ha yaami'itu akka kallee qalbiin kee yaa rarraatu. Gama kiyya diddi facaase, gama kee gagabsaa facaasee gama koo urgooftuu facaase gama kee citto facaase. Fardi hin dannabsuu kanaa oli sin arrabsu. Deebiin barreeffama.
Kanas Ilaali
gulaaliWabii
gulaali- ↑ Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
3. hiboo.