Boqojjii (magaalaa)
Boqojjii በቆጂ | |||
| |||
Biyya: | Itoophiyaa | ||
Naannoo: | Oromiyaa | ||
Godina: | Arsii | ||
Aanaa: | Boqojjii (aanaa) | ||
Ganda: | |||
Ol ka'iinsa: | 2810 m. | ||
Baayyina ummataa: | 16 730 (2005) | ||
Tuuta'insa ummataa: |
Boqojjiin magaalaa naannoo Oromiyaa godina Arsii keessatti argamtu. Magaalli kun ol ka'iinsa lafa meetira 2810 kan qabdu yoo ta'u, sararaa mudhii lafaa (equator) irraa gara kaabaatti 7°35′ fi gara bahaatti 39°10′ fagaattee argamti. Magaalaan kun teessuma bulchiinsa anaa Boqojjii taatee tajaajilti.