Abee Dongoroo

Aanaan Abee Dongoroo godinaa Horroo Guduruu jalaa garaa Wallagga Bahaatti argaamtu yoo ta'u aanaan Abee Dongoroo qabenyaa umaamaan baadhatudha. Gaarreen kan akka Tulluu Laaftoo bosona Bullu Lafttoo fi laggeen kan akka Waccuu fi kan akka Danjuu wantootaa k.k.f fi bunaa lageeniin bekaamtuudha. Gaarreewwan sululaa kan akka ya'oo kan akka Koticha fi Botoroo boraa fi k.k.faakkataniin badhatudha. Qiileensi ishee Badda Daree fi Gammoojjii ho'aa qabdii.


WabiiEdit


Aanolee Horroo Guduruu
Amuruu | Abaaboo | Abbaay Coomman | Abee Dongoroo | Horro | Guduru | Jaartee Jaardegaa | Jimmaa Gannatii | Jimmaa Raaree