Jaartee Jaardegaa

Jaartee Jaardegaan (yookan Jartee Jaardagaa) aanaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessaa ishee tokko. Magaalaa Alibootti keessatti argama. Jaartee Jaardegaa araddaa Sombookumii kan warra Ashaayaa fi Warra Yamaalagii kan jedhaman baay'inaan keessa jiraatan of keessaa qabdi. Araddaa Jaarroo Siree jedhamu bakka goototaaf beektotaa horattees qabdi.

WabiiEdit