Olaantiyyaa
Olaantiyyaa ykn Qaroon(primate) tartiiba hoosistootaa ti. Baayoloojii keessatti tartiibni kun leemurii, qamalee, jaldeessafi nama of keessatti qabata .
- Leemuuri, gargarkaatto (bush baby, galagos), poto fi kkf. - ( Afrikaa fi Madagaskaar ) .
- Taarsiyarii - ( Kibba-Baha Eeshiyaa ) .
- Jaldeessa Addunyaa Dhihaa - ( Ameerikaa ) .
- Jaldheessa Bahaa - (Afrikaa fi Eeshiyaa); Aankoo, jaldeessa daabee, canoo, weenniijedhaman
- Jaldeessa-eegmaleesa - gibbon (Eeshiyaa) .
- Haskaa birmadii: Orangutan, Kootee (Gorilla), Chimpanzee (Afrikaa) .
- Dhalli namaa (International) .