Jaawuda drangon

(Dragon irra kan qajeele)

Jaawudni uumama durdurii munyuuqee(reptilia) kan afoola aadaa hedduu addunyaa keessatti mul'atudha. Ilaalchii waa’ee jaawuda naannoo adda addaatiin baay’ee garaagarummaa qaba, garuu Akkaa waliigalattii bineensaa jabaa,hayyuu fi soodachisaatti kan laalamuu yoo ta'uu innis sihrii ykn falfala akka qabuuttis ni laalama. jawuudni aadaa warra dhihaa keessatti bara giddu galeessaa ol’aanaa irraa eegalee yeroo baay’ee akka baallee, gaanfa qabaniifi ibidda hafuura baafachuu danda’anitti agarsiifamu. Aadaa bahaa keessatti jaawudni yeroo baay’ee akka uumamtoota baallee hin qabne, miila afur, bofa fakkaatanii fi sammuu giddu galeessaa ol qaban ta’anii agarsiifamu. Amaloonni jaawudaa gidduu wanti walfakkaataan yeroo baayyee walmakaa amala Bashurreyyii, munyuuqee, fi allattiiwwani ti. Hayyoonni akka amananitti, korojoo bal'aan badan ykn godaananii jiran, keessumaa naannoo bosona ykn margaa keessatti yeroo wal argan walfakkeenya guddaa kan qaban yoo ta'u, unka fakkiiwwan jaawuda ammayyaa Bahaa ta'uu hin oolan.

Red Dragon akka symbolii walesitti fudhatamu dha

Dragon iin bineensa lubbu qabu kan yaddan ni jirra jedhame yadattamu, akkasumas gudda fi serpent jabba yokan reptile "magic" yokan "spirit" (afura) qabbu jedhame yaddatama. Bineensotti yaddan qoffa bekkamani kan ammalla fi fakki dragonii qaban bayyetti jirru.

Gossa dragonotta yaddan ni jirru jedhamani kan bekkamani

Gosoota Jaawudaa yaadaan jiran

gulaali