?Amaaqeexa

odeeffannoo saayinsaawaa
mootummaa: Bineeldoota (Animalia)
Murna: lafee qabeeyyii (Chordata)
Gita: hoosiftoota (Mammalia)
Tartiiba: Sooratto Foonii (Carnivora)
Warra: Bashurreyyii Felidae
Qaccee: Cifa dhaabatoo Acinonyx
Sanyii: Amaaqeexa A. jubatus
Moggasa magaslamee
"Acinonyx jubatus"
(Linnaeus, 1758)

Amaaqeexa hoosistuu Itoophiyaa keessatti argamudha .

Maalummaa saayinsaawaa bineensichaa

gulaali

Yeroo ammaa kana cita qaccee Cifa dhaabbatoo (Acinonyx) keessaa Amaaqeexaa qoftu jiradha. Miseensonni cita qaccee isaa yeroo dheeraaf badan biroo lafee irraa adda baafamaniiru.