Walqunnamtii saalaa

walqunnamtii salatursisuuf

Walqunnamtiin Saalaa (ykn gababsame walqunnamtii) qaama saalaa dhiiraa gara qaama saalaa shamaraatti dhiibuu fi naquu dha. Gochoota keessa naquu hin qabne kan akka hidhii, harmaa fi qaama bakkeewwan biroo dhungachuu fi harka irra oofunii kanneen biroos amaloota walqannamti akka tahanitti ilaallamu. Namni walqunnamtii saalaa fayyadamuun ijoollee uummata. Irra caalaatti garuu of gammachiisuufii walqannamtiin kan raawwatamu.

74tokat.gif
Sexual intercourse 3.jpg

Walqunnamtiin saalaa saalqunnamti jedhamuunis ni beekkama. Safuuf jecha waliin rafuu ykn ciisu jechuun itt fayyadamu. Namni akka si waliin ciisu dirqisiisun gudeedu jedhama. Gudeeduu fi walqunnamti saalaa bifaa fudhatama hin qabneen nama irratti raawwachuun yaakka gurgudda keessatti lakkaawama.[1]

Ulfa ittisuuEdit

Jaarra 20ffa keessa, otuma saalqunnamtii gadhoni maloota ulfa ittisan baayyetu argame. Isaan keessa muraasni kondoomi, dawaa, luups fi lilmoo fayyadamuun kan raawwatamuudha.

Akaakuu saalqunnamtiiEdit

Akaakuuwwan saalqunnamtii baayyee keessa tokko saalqunnamti afaaniiti.

Saalqunnamtii afaaniiEdit

Saal qunnamtiin afaba, afaanii fi kokkee fayyadamuun qaama saalaa hiriyyaa ofii gammachiishuudha.

WabiiEdit

  1. "ITTISA MIDHAA-SAALAA FI AKKAATAA HIMANNAA". Archived from the original on 2021-04-22. Retrieved 2021-04-08.