Tarree Walaloo
Tarreen kun walaloo gabaaboo beekaman akka fekkeenyaaf tahuuf dhiheessa.
Yaa barumsa
gulaaliKitaaba barataa Afaan Oromoo irrattii walalo akka fakkeenyaatti dhihaateedha. Yaa Barumsa Yaa Barumsaa Yaa Madda Bekumsaa Wa'e Fayidaa Kee Meeqansaan Ibsa Inni Tokkofanii Sammuu Nama Cimsa Barumsii Qabenyaa Kan Hunduma Keenyaa Kan Bu'ee Hin Cabne Kan Moofa'e Hin Shamne Kan Hattuun Hin Hanne Warrii Baratan Xiiyyaraa Oofuu Warrii Hin Baranne OKkite Sofuu! Okkotee sofuun barumsa Garuu barnootni safuu nama barsiisa
Barumsa
gulaaliUtubaa guddinaa Kan fuuldurrii banaa Haabarannuu jabaannee Sabaa keenyaaf ibsaa taanee Walaalli duukkana Keessaa bahuuf hin laafinaa Kan barateef akki godhaa Fakkiin isaan murteessadha Sammuu keenyaa hidhatnee Marrii barnootaaf kaanee Walummaan tolaatti hin dhaabbatamuu Baruuf namnidirfama kan qabatuu
Kuusa jechoota.oromo