Rog-sadee jechuun danaa ji’oomeetirii sarara qajeelaa sadii fi guttiyyoo(vertex) sadii irraa hojjetame dha.

Shallaggii naannoo roga sadii

gulaali
 
Rog-sadee
 
Dheerinni cinaachaa roga sadii a, b fi c yoo ta’u kofoon α, β fi γ dha.
: 1.1.  
 
 
 
 
 
 
 

Shallaggii bal’ina roga saddeetii

gulaali
 
 
: 1.1.   Bal’inni bal’ina, b cinaacha kamiyyuu roga saddeetii agarsiisa, h immoo olka’iinsa cinaacha kana irraa gara golee faallaatti perpendikulaariin kaafame agarsiisa.
 
 
 
 
 

As   Mee guddinni kofa 3 walakkaa naannoo ta’uu isaa haa hubannu

 
 
 

Gosoota Rogsadee

gulaali

Rogsadeen kofa sirri kan ballinni kofa saa 90 madaalkofa(digrii)

Rogsadeen kofqoree kan ballinni kofa isaa >90 madaalkofa(digrii)

Rogsadeen kofa jufunfula kan ballinni kofa saa <90 madaalkofa(digrii)

     
Rogsadee kofasirri Rogsadee jufunfula (Obtuse) Rogsadee kofqoree(acute)
 
Habalakaa (Obliikii)