Deebeeqottuu (Upupa) simbirroo Itoophiyaa fi biyyoota biroo hedduu keessatti argamtudha . Deebee qottuu mukatt galti. Nyaati see garuu lafarra. Bakka halle Baddaa fi gammoojii bosonaa fi hurufa keessa jiraachuu dandeessi. Nyata see biyyoo jalaa qottee baafachuu ni dandeessi. Nyaati see gara caalu bussadee fi jiisaa garagaraati. Ija muka akka goraa faa ali ali ni  soorati.

Deebeeqottuu
Bidoolee Deebeeqottuu