Bacawwii
Bacawwiin tishuuwwan qaama orgaanizimii tokkoo wantoota dhukkuba -fidan weeraruudha. Dhukkubni kun kan dhufu wantoonni weerartootaa baay’achuu isaaniiti. Akkuma baay'achaa deemaniin sunkii(toxins) uumuun tishuuwwan keessummeessituu ni miidhu . [1] Dhukkubni bacawwii, 'dhukkuba daddarboo' ykn 'dhukkuba bocoo' jedhamuunis kan beekamu, dhukkuba bacawwii irraa maddudha.
Dhukkuboota daddarboo beekamoo
gulaaliDhukkuboota baakteeriyaan dhufan
gulaali- Dhukkuba Darayoo sombaa - TB jedhamuunis ni waama .
- horrii bubonic
- Qakkee (Pertussis) - qufaa gogaa jedhamuunis ni waama
- qurcii
Dhukkuboota vaayirasiin dhufan
gulaali- AIDS / HIV
- Dhukkuba tiruu B
- Pooliyoo
- dufkaka
- Infuleenzaa - utaalloo jedhamuunis ni waamama .
- COVID-19
Dhukkuboota fangasiitiin dhufan
gulaali- Afaffaa
- roobbii
- Dhukkuba Kirpitookookoosii jedhamu
- Dhukkuba Kaandiidaa
- Miila atileeti
Dhukkuboota maxxannee ykn dhortuu irraan dhufan
gulaali- Dhukkuba busaa (bokee buusaa) .
- Shiistoomiyaasiisii
- Dhukkuba Chaagaas
Dhukkuboota pirootiiniin dhufan
gulaali- Prions pirootiinota akka dhukkuba daddarboo ta’anii hojjetanidha.
Dhukkuboota daddarboo hedduudhaan dhufan
gulaaliInfeekshiniin tokko tokko yeroo adda addaatti wantoota daddarboo adda addaatiin kan dhufudha. Fakkeenyaaf, garaacha tokko tokko baakteeriyaa irraa kan dhufudha. Gariin ammoo vaayirasiin kan dhufudha.
- Garaa kaasaa
- sombeessaa
- qomjalloo
Kun tarree baayyee gabaabaa dha. Dhukkuboonni infekshinii fi sababoota biroo irraa dhufan hedduutu jiru: dhukkuboota beekamoo .
- ↑ Definition of "infection" from several medical dictionaries - Retrieved on 2012-04-03