Dhukkuba Chaagas, YKN American trypanosomiasis, kun mudhii lafaa dhukkuba ilbiisotaan darbu kan uummamu protozo’a Maq. Trypanosomacruzi.[1] Yeroo baay’ee kan ittiin tamsa’u ilbiisa kissing bugs jedhamtee beekamtuuni.[1] Mallattoowwan erga dhukkubichi qaama keessa galee /faale/ kaasee jijjiirramaa deema. Sadarkaa jalqabaarratti, mallattoowwan hin mul’atan yookin dhukkubbi xiqqoo: kan akka hoo’ina qaamaa fi ita’uu mudaamuddii, dhukkubbii mataa, YKN idoodhumtii ciniinname sun ita’utu mul’ata. [1] Torban 8-12 booda,namootni gara sadarka dhukkubicha waliin yeroo dheeraa jiraachutti /Chronic/ itti waan ce’aniif dhibbanta 60-70% mallattoo dabalataa hin argisiisan. [2][3] Namootni kun dhibbantaa 30 hanga 40 erga faalamanii kaasee wagoota 10 fi 30 gidduutti mallattoowwan biraa argisiisuu malu. [3] Kunis guddachuu hidda onnee/ ventricles of the heart hanga dhibbanta 20-30 dabaluun gara dadhabuu onneetti/heart failure geessa.[1] kan enlarged esophagus YKN guddachuun qaama marumaanii namaoota dhibbantaa 10 ta’an irratti ni mul’ata.[1]

Dhukkuba Chaagas
Qooqodama fi ooddefanoowan aalaa walqabatan
Dhukkuba Chaagas
Dhukkuba Chaagas
Photomicrograph of Giemsa-stained Trypanosoma cruzi
ICD/CIM-10B57 B57
ICD/CIM-9086 086
DiseasesDB13415
MedlinePlus001372

Ka’uumsaa fi tooftaa ittin adda baasan

gulaali

T. cruzi n yeroo baay’ee namaa fi bineeyyii hoosisanitti kan dadarbu ilbiisa dhiiga-xuuxxuu gosa "kissing bugs" jedhamtee beekamtuuni Triatominae.[4] Ilbiisonni kun iddoowwan adda addaatti maqaawwan adda addaatiin beekkamu, kunis: Arjentiinaa, Booliviya, Chiilii fi Paraguayi keessati vinchuca, Braazil keessatti barbeiro (the barber), Kolombiyaa keessatti pito, giddu-gala Ameerikaa keessatti chinche, akkasumas Venzuweelaa keessatti chipo jedhamuun beekkama. Dhukkubnni kun tarii dhiiga walii dabarsuudhan, qaama nama tokkoo isa gara biraatiif dabarsanii dhaabudhaan, nyaata dhukkubichaan faalame nyaachu, fi, haadharraa gara daa’imaatti daddarbuu danda’a.[1] Sadarkaa duraa/jalqabbii irratti maayikirooskooppii fayyadamuudhaan raammoo dhukkubicha fidu addaan baasun ni danda’ama. [3] Dhukkubichii yeroo dheera erga tureen booda aqaama ittiftuu /antibodiesT. cruzi dhiiga keessa ilaaludhaan addaan baasun ni danda’ama.[3]

Ittisaa fi yaala

gulaali

Dhukkubicha ittisuuf yeroo baay’ee ilbiisa “kissing bugs” jedhamtu kana balleessu fi cinniinnaa ishii dhabamsiisudha.[1] Tarkaanfiin ittisaa gara biraa yeroo dhiiga walii dabarsan sirriitti sakatta’uudha.[1] Akka lakkoofsa faranjootatti hanga 2013 itti talaallin hin uummamnne.[1] Dhukkubichi yeroo jalqaba nama qabu yoo yaalaman qorichoota benznidazole YKN nifurtimoxtiin fayyuun ni danda’ama.[1] Ammuma dhukkubni “Chagas” namarra turu sadarkaan fayyuu gadi deema kan dhufu yoo ta’eyyu, jalqaba irratti dafanii yoo yaalaman amma gutummaa guututti dhiyaatun ni fayyu. [1] Erga yeroo dheeraa namarra tureen booda yaalamuun mallattoowwan dhukkubbii dhumarra mul’atan akka turan yookin akka hin mul’anne ittisuuf gargaara. [1] “Benznidazole” fi “Nifurtimox”n namoota dhibbantaa hanga 40 ga’an irratti yeroodhaaf dhiibbaa maddii [1] kan akka dhukkubbii gogaa, summaa’uu sammu, fi gubaa qaama garaa irraatti mul’isuu danda’a. [2][5][6]

Tamsa’iina dhukkubicha

gulaali

Namootni miiliyoona 7 hanga 8 itti tilmaamaman baay’een isaanii biyyoota akka Meeksiiko, Giddu-gala Ameerikaa fi Kibba Ameerikaa jiraatan dhukkuba Chagaasin qabamanii argamu.[1] Akka ragaa bara 2006 tti waggaatti namoota 12,500 ajjeesa. [2] Namootni hedduun dhukkuba kana waliin jiraatan hiyeessota [2] fi namootni dhukkuba kanaan qabamanii jiran baay’een isaani faalamuu isaanillee hin beekan/hin hubatan. [7] Sosochiin uummataa hedduumminaan iddoodha gara iddootti taasifamuu bakki dhukkubnii Chagas itti argamu akka babal’atu kan taasise si’a ta’u kunis yeroo amma biyyoota Awuroopaa hedduu fi Ameerikaa dabalata. [1] Naannowwan kun waggoota hanga 2014 keessatti olka’iinsa argisiisaniiru.[8] Dhukkubichi yeroo jalqabaatif kan argame bara 1909 nama Carlos Chagas jedhamuun si’a ta’u sana booda maqaa kanatti moggaafame.[1] Dhukkubichi nama malees bineensoota 150 caalan kan miidhudha.[2]

Madda odeeffannoo

gulaali
  1. 1.00 1.01 1.02 1.03 1.04 1.05 1.06 1.07 1.08 1.09 1.10 1.11 1.12 1.13 1.14 1.15 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  2. 2.0 2.1 2.2 2.3 2.4 Rassi A, Rassi A, Marin-Neto JA (April 2010). "Chagas disease". Lancet 375 (9723): 1388–402. PMID 20399979. doi:10.1016/S0140-6736(10)60061-X. 
  3. 3.0 3.1 3.2 3.3 RassiA, Jr; Rassi, A; Marcondes de Rezende, J (June 2012). "American trypanosomiasis (Chagas disease).". Infectious disease clinics of North America 26 (2): 275–91. PMID 22632639. doi:10.1016/j.idc.2012.03.002. 
  4. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  5. Bern C, Montgomery SP, Herwaldt BL, et al. (November 2007). "Evaluation and treatment of chagas disease in the United States: a systematic review". JAMA 298 (18): 2171–81. PMID 18000201. doi:10.1001/jama.298.18.2171. 
  6. Rassi A, Dias JC, Marin-Neto JA, Rassi A (April 2009). "Challenges and opportunities for primary, secondary, and tertiary prevention of Chagas' disease". Heart 95 (7): 524–34. PMID 19131444. doi:10.1136/hrt.2008.159624. 
  7. Capinera, John L., ed. (2008). Encyclopedia of entomology (2nd ed. ed.). Dordrecht: Springer. p. 824. ISBN 9781402062421. 
  8. Bonney, KM (2014). "Chagas disease in the 21st Century: a public health success or an emerging threat?". Parasite 21: 11. PMC 3952655. PMID 24626257. doi:10.1051/parasite/2014012.  Template:Open access