Uumama hanqaaquun (Afaan Ingiliziin: Oogenesis ) adeemsa uumamuu mandhee hanqaaquu(oocyte) ti. Innis  uumsaallubbiyyoo(gametogenesis) dubartootaa yoo ta'u, dhiirota keessatti uumama ameenxaa (spermatogenesis) jedhamuun beekama. Adeemsi kun guddina sadarkaa adda addaa hanqaaquu hin bilchaanne of keessatti qabata.