Bulchinsi Aana Tokke kuttayee anota godinaa shawa lixa kessaa tokkoo yoo taatu qabenyaa ummama badhafamtudhaa jirraatonii anaa ishii harkii caalan qotee bulaa yoo taan haali qilensaa ishii omishaaf mijjatuuf kessatuu kanen akkaa ,,tesson bulchisa anichaa kaan taate bulchinsa maagala Guder jedhamtii bulchisi maagala gudeer teesso godinaa shawa lixa irraa faagenya km 07 irraatii argamtii

Mee waarrii tokke kuttaye seena magal guder