Tarree Jechama Oromoo
Tarree armaan gadii jechama Oromoo fi hiikkaa isaa waliin qaba.
Jechama | Hiikkaa |
---|---|
abbaa aarrii | manguddoo |
naanfaala | abbaa duulaa |
nyaara haadu | salfi/qaanyi dhabu |
harreef laata | waan gatii hinqabne |
badaa warraa | hamaa |
cilee dibee | maqaa xureesse |
faana dhahee | duuka bu’ee |
faxoore yaabbate | cunqursee itti reerrise |
furii hojjetan | walgargaran |
garaa kutatee | ni murate |
haade kutee | roorroo jala ba'e |
1ffaa waaqa | dhugaa jiru/waan mul’atu |
Ilkee buqqise | diina mo’atee |
Irreecha baate | margaa jiidha qabate |
itti girgirsee | itti kakaase |
jaamadha | waa hinhubatu |
lafee cabsee | dubbiin miidhe/arrabse |
odaa jala jira | seeran bula |
qubaa qabaate | beellama fudhate |
safartuu | nama tilmaamtuu |
Tuulate | kuusaate,cimsate |
udaan laafe | balaatti seene |
ummata fakkaate | amala tolee |
waxaale | waadde |
arsee xururaa | dhuma odeessa |
yoo hubatee | yoo galeef , yoo xiinxalee |
bookisa kormaa | guuta |
Harka fuudhu | nagaa gaafaachu |
Fayyaa da'i | galatoomi |
nyaara guuruu | oodu, aaruu |
jennaan jenne | akkasii miti |
Eeboo waaqaa | |
Ekeraa fakkaate | |
Dheekkamsa waaqaa | |
Ergaa waaqaa | |
Ergaa warraa | |
Ergaa biyyaa | |
Faana dhahe | |
Safuu gate | |
Balaa tasaa | |
Foon jaalata |