Siliindarii safaraa

Siliindarii safaraa ykn Shirimirii safaraa, meeshaa hamma dhangala’aa murtaa’aa ta’e tokkoo safaruuf kan itti gargaaramnuudha.

Gosoota siliindarii safaraa adda addaa: siliindarii safaraa 10mL, 25mL, 50mL fi 100mL