Ronaldinho
Ronaldo de Assis Moreira n taphatta kubba milla Brazil yoo ta'u, maqqa birra Ronaldinho Gaucho jedhamuni bekkama (kunis sababa inni state Brazil, Rio Grande do Sul dhufeef), haa ta'u malle salphatti akkasumas bayyinan Ronaldinho jedhame bekkama. Innis january 2007tti akka jirratta Spanishitt fudhatame.
Maqqan issa Ronaldinho kan jedhamu kuni Brazilian Portugueseiin Ronaldo diqqa jechu yoo ta'u kunis kan ba'ef taphatta Ronaldo jedhamu irra gargara isaa basuuf jedhametti. Bekkamumma inni argatte kessa, Ronaldinhon FIFA World Player of the Year yeroo lamma fudhaterra (2004 fi 2005) akkasumas European Footballer of the Year award fi FIFPro World Player of the Year award yerro lamma (2005 fi 2006)tti fudhatterra.
Wa'ee issaEdit
- Maqqa guttu - Ronaldo de Assis Moreira
- Guyya dhallotta - March 21, 1980 G.C
- Umrii - 27
- Bakka itti dhallate - Porto Alegre, Brazil
- Dherrina - 1.81 m (5 ft 11 in)
- Bakka itti taphattu - Attacking Midfielder
Bakka itti taphattuEdit
- Club amma - Barcelona
- Lakkofsa - 10
Boca Juniors
club IjollumaEdit
- 1997-1998 - Gremio
club ergaa guddatte kessa tureeEdit
- 1998-2001 - Gremio yerro 110 fi taphatte 37 galchee
- 2001-2003 - Paris Saint-Germain yerro 55fi taphatte 17 galche
- 2003 - amma - Barcelona yerro 114fi taphatte 56 galche
Biyya taphatefEdit
- 1999 - amma - Brazil yerro 73 taphatte 29 galche