Qurcii, akkasumasdhukkuba “Hansen” (HD)jedhamuun kan beekamu, kun chronic dhukkuba karaa baakteeriyaa nama qabuudha Mycobacterium leprae[1] fi Mycobacterium lepromatosis.[2] Jalqaba irratti, dhukkubichi mallattoo dhukkubbii tokko malee waggoota 5 anga 20 itti akkanumatti tura. [1] Mallattoowwan uumaman granulomas kan narvootaqaama afuura baafannaa, gogaa, fi ija irratti argamani. [1] kunis sababa qaamni adoodu fi dhukkubbiin hin dhaga’amneef jecha madaa walitti aansee uummamuun ciccituun qubeenii, funyaan fi qaamoole gara biraa irratti uummama. [3] Dadhabbii fi sirriitti arguu dhabuunis ni uummama. [3]

Qurcii
Qooqodama fi ooddefanoowan aalaa walqabatan
A 24-year-old man from Norway, infected with leprosy, 1886
A 24-year-old man from Norway, infected with leprosy, 1886
A 24-year-old man from Norway, infected with leprosy, 1886
ICD/CIM-10A30 A30
ICD/CIM-9030 030
OMIM246300
DiseasesDB8478
MedlinePlus001347

Gosawwan dhukkuboota bifa lamaa baay’ina baakteeriyaa argamee irratti hundaa’a: “paucibacillary” fi “multibacillary”. [3] Gosawwan lamaan kun kan addaan ba’an baay’ina xiqoo kan faca’e, gogaan bifa adda ta’ef adoode argamu, “paucibacillary” shan ykn sanaa gadii fi “multibacillary” shan caalu waliin argama. [3] Qorannaan isaa kan mirkanaa’u acid-fast bacilli gogaa bakka dhukkubsate keessaa ykn kara “DNA” argachuudhaan polymerase chain reaction isaa ilaludhaan ta’a. [3] Dhukkubni kun baay’inaan kan beekkamu warra hiyyummaa keessa jiraatan biratti si’a ta’u kan tamsa’us karaa dhangala’aa qaama afuura baafannaa keessaa ba’uun akka ta’e amanama. [3] Garuu waan baay’ee wal tutuquudhaan darbu miti. [3]

Quriin dhukkuba yaalidhaan fayyuudha. [1] Yaaliin dhukkuba gosa qurcii “paucibacillary” tiif qorichawwan dapsone fi rifampicin ji’oota ja’aaf fudhachuudha. [3] Yaaliin gosa qurcii “multibacillary” tiif rifampicindapsone, fi clofazimine walitti ji’oota 12 fudhachuudha. [3] Yaliiwwan kun karaa Dhaabbata fayyaa addunyaa tola/bilisa kennamu. [1] Qorichoonni baakteeriyaaf kennaman kan biroo baay’eenis fayyadamu malu. [3] Sadarkaa addunyaatti bara 2012, namoonnii dhukkubichaan qabamanii turan 189,000 si’a ta’an haaraa kan qabaman immoo 230,000 turan. [1] Baay’inni namoota qabamanii dhukkubicha waliin jiraachaa turanii bara 1980 miiliyoon 5.2 kan turerraa gadii hir’achaa dhufeera. [1][4][5] Dhukkubichaan haaraa qabamaa kan jiran biyyota 16 keessatti si’a ta’u kana keessaa Indiyaa keessatti kan qabaman harka wadhakkaa ol ta’u. [1][3] Waggoottan 20 darbanitti namoonni miiliyoona 16 sadarkaa addunyaatti qurciirraa fayyaniiru. [1]

Qurciin waggoottan kumaatamaaf nama miidhaa ture. [3] Dhukkubichii maqaa kana kan argate jecha Latin lepra, jechuun waan jabaataa "scaly", si’a ta’u jechi "Dhukkuba Hansen" ogeessa fayyaa Gerhard Armauer Hansenirraa moggaafame.[3] Namoota qooduun/ofirraa fageessun leper colonies ammallee biyya akka Indiyaa keessatti, kan kumaatama caalan irratti; [6] Chayina keessatti, namoota dhibbatamaan lakkaawwaman irratti; [7] fi Afrikaa keessatti. [8] Ta’us, qoodinis bakka baay’etti dhaabbateera. [8] Qurciin Qoodinsa hawaasummaa waliin seenaa duubaa dhufeen wal qabata, [1] kunis dhukkubsattoonni dursanii akka hin bakkesifannee fi dafanii yaalii hin arganne godhaa jira. Guyyaan qurcii addunyaa warra qurciidhan miidhaman biratti ubannoo uumuuf bara 1954 irraa eegale. [9]

Maddawwan gulaali

  1. 1.00 1.01 1.02 1.03 1.04 1.05 1.06 1.07 1.08 1.09 Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  2. Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
  3. 3.00 3.01 3.02 3.03 3.04 3.05 3.06 3.07 3.08 3.09 3.10 3.11 3.12 Lua error in package.lua at line 80: module 'Module:Citation/CS1/Suggestions' not found.
  4. "Global leprosy situation, 2012". Wkly. Epidemiol. Rec. 87 (34): 317–28. August 2012. PMID 22919737. 
  5. Rodrigues LC, Lockwood DNj (June 2011). "Leprosy now: epidemiology, progress, challenges, and research gaps.". The Lancet infectious diseases 11 (6): 464–70. PMID 21616456. doi:10.1016/S1473-3099(11)70006-8. 
  6. Walsh F (2007-03-31). "The hidden suffering of India's lepers". BBC News. 
  7. Lyn TE  (2006-09-13 ). "Ignorance breeds leper colonies in China ". Independat News & Media . Retrieved 2010-01-31. 
  8. 8.0 8.1 Byrne, Joseph P. (2008). Encyclopedia of pestilence, pandemics, and plagues. Westport, Conn.[u.a.]: Greenwood Press. p. 351. ISBN 9780313341021. 
  9. McMenamin, Dorothy (2011). Leprosy and stigma in the South Pacific : a region-by-region history with first person accounts. Jefferson, N.C.: McFarland. p. 17. ISBN 9780786463237.