Bilfee (Pigment)

(Pigment irra kan qajeele)

Bilfeen ykn Sibaakduun(Afaan ingilizii: Pigment) tuuta mirreewwan halluu cimaa qabaniifi halluu meeshaalee biroo keessatti fayyadaman jedhamee ibsama. Wantoonni hallomsan kunniin Bilfee Baayoloojii ykn Halluu-jiree (Biochromes) jedhamus kan waamaman yoo ta’u, kunis irra caalaa halluu dhugaa kan agarsiisudha. Bilfeeleen baayoloojii kun bishaan keessatti kan hin bulbulamne yoo ta’u, akka suudoo lafa bu’etti bifa jabaa ta’een dhangala’oo wajjin kan dibamanidha. Biqiltoota lamaan keessattis ta’e bineensota keessatti gosa adda addaa Piigmentii Baayoloojii argachuu dandeenya.Sibaakduun kun orgaanizimoota lubbuu qabaniin kan oomishaman yoo ta’u, halluu kan qaban yoo ta’u, kunis tooftaalee xuuxuu halluu irraa kan maddudha. sibaakduun gosa adda addaa lamatu jira an madda isaanii irratti hundaa’uun ramadamu.

Ultramarine pigment umamaa akkataa duqetiin
Ultramarine pigmentiin namaan midhafame yoo chemicalumma isaa ilalanii ultramarine umamaa wajiin wal-fakkataa

Dalagaa industry fi akkasumas arts yokan barnotta fakki kessatti, ofii danda'u fi osoo hin jijjiramiin argamuun amalla (property) bayye barbadamu dha. Pigmentiin jijjiraman yokan kan permanent hin tanee fugitive jedhamanii bekamuu. Fugitive pigments kan jedhaman kuni akkumaa yeroon darbuun yokan yoo ifaan walit dhufaan ni baduu, isaan tokko tokko immo akkanumatti gurata'u.

Pigments kan fayyadaman dibba, qallamu, plastik, uffataa, cosmetics, nyatta fi waanen biraa qallamu dibuuf. Pigmentonni bayeen midhafama industry fi visual arts kessatti tajajilaman colourant gogogga yoo ta'anii, isaanis kan yeroo bayye dakamani akka duqetit argamanii dha. Duqetonni kunii waan qo'anoof tajajilamuu (vehicle yokan matrix) kan qalamu hin qabne kessatti naqama.

Garagarumaan yeroo bayee immo pigmentotta jidutti ni godhama, kunis kan vehicle kessatti hin makamne, fi dye kan fesashi yokan immo vehicle kessatti makama ta'ee dha. Colorantiin tokko pigmentille qallamulle (dye) ta'uu ni danda'a kuniis vehicle tajajilamee irratti hunda'udhan. Akkataa tokko tokkot, pigmentiin qallamu (dye) irra akkataa Jabba-ummu qallamu (dye) makama fi sodaa sibilla (metallic) wajiin ta'uu irra umamuu ni danda'a.