Maqaa kabajaa Jimmaa

Maqaan kabajaa Jimmaatti gaafa cidhaa ganama misirroodhaaf kennamuun baayyinaan beekama.

Tarree maqaa kabajaa Jimmaa gulaali

  • Abbaa Giddi
  • Abbaa Fiixaa
  • Abbaa Gondar
  • Abbaa Olii
  • Abbaa Gunbul
  • Abbaa Magaal

Wabii gulaali