Ji'oota Woggaa
Jiini ( yookan Baatiin; Afaan Ingiliish: month) maqaa yeroo kan guyyoota 30 dhihaatu of keessa qabuu fi Kalaandarii woggaa keessatti fayyadamnuudha. Baatiin tokka dheerinna yeroo kan uumamaan Addeessi lafa irra naanna'uf fudhatuun wolitti dhihaata.
Maqaa Ji'oota woggaa
gulaali- Kanas ilaali: Maqaa ji'ootaa
Tarreen ji'oota waggaa jalqabaa hanga dhuma akka armaan gadii tarreeffamu.
- Ammajjii - January
- Gurraandhala - February
- Bitooteessa - March
- Ebla - April
- Caamsaa - May
- Waxabajjii - June
- Adoolessa - July
- Hagayya - August
- Fulbaana - September
- Onkolooleessa - October
- Sadaasa - November
- Muddee - Decmber
Wabii
gulaaliQammeen Woggaa ja'an 7tate dhufti Dhugaa?