Jabajjii Kedeedaa(Computer hardware)
Jabajjii kompiitaraa kutaalee fiizikaalaa kompiitaraa, kanneen akka keesii, yuunitii adeemsa giddugaleessaa (CPU), yaadannoo qaqqabummaa tasaa (RAM), hordoffii, hantuutee, kiiboordii, kuusaa daataa kompiitaraa, kaardii giraafiksii, kaardii sagalee, sagalee guddiftuu fi motherboard of keessatti qabata.
Jabajjii
gulaaliJechi Jabajjii jedhu kutaa kompitaraa kan qaqqabamuu danda'u hunda agarsiisa. Sarkiyuutonni, torgii/agarsiisaa, humna dhiyeessituu, Haada, Gabatee cuqoo, maxxansaa, fi hantuutteen isaan kun hundi Jabajii dha.
Seenaa Jabajjii Kompitaraa
gulaaliDhaloota jalqabaa (makaanikaalii/elektiroomakaanikaalii) | Kaalkuleeteroota | Pascal's calculator, Arithmometer, diferensi injiinii, Quevedo's analytical machines |
Meeshaalee saganteeffaman | Jacquard loom, Anaalitikaal injiinii, IBM ASCC/Harvaard Maark I, Harvaard Maark II, IBM SSEC, Z1, Z2, Z3 | |
Dhaloota lammaffaa (vaakiyuum tuubii) | Kaalkuleeteroota | Atanasoff–Berry Computer, IBM 604, UNIVAC 60, UNIVAC 120 |
Meeshaalee saganteeffaman | Koloosesii, ENIAC, Manchester Small-Scale Experimental Machine, EDSAC, Manchester Mark 1, Ferranti Pegasus, Ferranti Mercury, CSIRAC, EDVAC, UNIVAC I, IBM 701, IBM 702, IBM 650, Z22 | |
Dhaloota sadaffaa (tiraazisterii fi integireetid sarkiyuutii SSI, MSI, LSI) | Meyinfireemii | IBM 7090, IBM 7080, IBM System/360, BUNCH |
Kompitara miinii | PDP-8, PDP-11, IBM System/32, IBM System/36 | |
Dhaloota Afraffaa (Integireetid sarkiyuutii VLSI) | Kompitara miinii | VAX, IBM System i |
4-bit kompitara maayikiroo | Intel 4004, Intel 4040 | |
8-bit kompitara maayikiroo | Intel 8008, Intel 8080, Motorola 6800, Motorola 6809, MOS Technology 6502, Zilog Z80 | |
16-bit kompitara maayikiroo | Intel 8088, Zilog Z8000, WDC 65816/65802 | |
32-bit kompitara maayikiroo | Intel 80386, Pentium, Motorola 68000, ARM | |
64-bit kompitara maayikiroo | Alpha, MIPS, PA-RISC, PowerPC, SPARC, x86-64, ARMv8-A | |
Kompitara idaatii | Intel 8048, Intel 8051 | |
Kompitara Matayyaa | Kompitara minjaalee, Kompitara manaa, Koyaa, Personal digital assistant (PDA), Portable computer, Tablet PC, Wearable computer | |
Theoretical/experimental
Tiyooriidhaan/yaalirra kan jiru |
Kompitara quwaantamii, Kompitara keemikaalaa, DNA Kompitiingi, Kompitara ifaaduu, Spintronics based computer |
Meeshaalee moggaa (naqa/baha) | Naqa | Hantuuttee, gabatee cuqoo, hunda caancalaa(joystick), kaastuu(scanner), webcam, gabatee saxatoo, qaayiyyaa |
Baha | Torgii, maxxansaa, Hasaasaa(headphone), sagalee guddiftuu | |
Lachuu | Ooftuu baxxee laafaa, Ooftuu baxxee jabaa, ooftuu baxxee ifaadduu, teleprinter | |
Yaa'aa kompitaraa | Fageenya gabaabaa | RS-232, SCSI, PCI, USB |
Fageenya dheeraa (Cimdaa kompitaraa) | Ethernet, ATM, FDDI |