Fuulleen mirroo(compound) bocamuu danda’uu fi yeroo baay’ee baaqqiyyee(haphii) qabuu fi faayidaa hedduu qabuu dha; Fakkeenyaaf, foddaa hojjechuu fayyadama.

Fulleen jalqaba bara durii keessatti kan argame daaraa leemmanii( alkaalii ) cirracha baqfame ( silica ) wajjin walitti makuudhaan ture. Industiriin fullee naannoo bara 1900 Dh.K.D. Yeroo Fiinishiyaa, sana booda mala wal fakkaatuun seraamikii ykn supheeta hojjechuun akka tasaa dooqa fullee umameettu jira.