Fonqolchi qabxilee ba'aa (=load), sochooftuu (=effort) fi utubduu (=pivot) qaba. Humni ba'aa fi humni sochooftuu utubduu irraa fageenya gara garaa irratti waan argamaniif fonqolchi humna xiqqaan ba'aa ulfaataa olkaasuuf tajaajila.

fonqolcha

Fonqolchaawwan sadarkaalee sadiitujiru. Fonqolchaawwan bakka utubduu, ba’aa fi humnasochooftuun itti argaman irratti hundaa’uun sadarkaaleesadiitti qooda.

i.Fonqolcha sadarkaa Tokkoffaa:Fonqolcha sadarkaatokkoffaa keessatti utubduun ba’aa fi humna sochooftugidduutti argama. Fakkeenyaaf,manshee,laamedaafiqaxxaamurrifonqolcha sadarkaa tokkoffaa dha.

ii.Fonqolcha sadarkaa lammaffaa: Fonqolcha sadarkaalammaffaa keessatti ba’aan utubduu fi humna sochooftuugidduutti argama. Fakkeenyaaf, kaarollaa fi meeshaaochololii ittiin cenceran fonqolcha sadarkaa lammaffaa dha.

iii.Fonqolcha sadarkaa sadaffaa:Fonqolcha sadarkaa sadaffaa keessatti humni sochooftuunutubduu fi ba’aa gidduutti dalageeffama. Fakkeenyaaf, buqqiftuu mismaaraa, qadhabaa fi kiyyooqurxummiin fonqolcha sadarkaa sadaffaa d