Dhamsi(Afaan ingliiziin: Starch) kaarboohayidireetii walxaxaa ta'eedha . Yuunitii gilukoosii hedduu hidhoo keemikaalaan walitti makaman irraa hojjetame . sukkar-hedduu kun biqiltoota magariisaa irra caalaan isaanii akka kuusaa anniisaatti kan oomishamudha. Nyaata namaa keessatti kaarboohayidireetii baay'inaan argamudha . Paastaa, boqqolloo, daabboo, fi nyaatni istaarjii qabu kan biroo kaarboohayidireetii irraa hojjetama.

Beju, paankeekii kaasaavaa fi istaarjii irraa hojjetame