Dhaabsirroo
Sararoonni lama dhaabsirroo kan jedhamanYoo sararootni qajeeloon walqaxxaamuran lama kofoota maddii walitti galoo yoo uuman , Kanaafuu sararri AB sarara CD tuqaa A irratti dhaabsirroo dha. Sararri tokkoo fi dirrii tokko, ykn dirroonnii lama walii dhaabsirroo ta'uu danda’u.
Yoo sararri tokko sarara biraa waliin dhaabsirroo ta’e, kofni walqaxxaamuraa sararoota lamaaniin uumaman π /2 raadiyaanii(wiifkofa ykn sarxeeyyoo) ykn 90 ° dha. Himni kun yeroo naanneffamu sararri tokko yk dirri tokko walfaana kofa digirii 90 yoo uuman dhaabsirroo ta’u.
Yoo sararoonni lama dhaabsirroo ta’an, mallattoo herregaatiin akka: Akkaa itti anuutti bakka bu’u AB CD. Mallattoo dhaabsirroo ta'uudha.