Bishaan
Bishaan keemikaala beekkamaa ta'e kan lubbu qabeeyyii gosa hundaaf barbaachisaa ta'e dha.[1] Maqaan bishaan jedhuu kan kan fayyadamu gosa bishaan kan dhangala'aa ta'e yokan akkatta isaa dhangala'oo ta'eef. Haa ta'u malee bishaan akkatta jajjaboo(solid) - Cabbii fi akkatta gaazitiin immo hurkaa bishaaniitti jiraachuu ni danda'a. Hamami bishaan hanga teratonnes 1,460 ta'u fulla lafa hanga parsentii 71% ta'u qabata, kan keessaa immo parsentiin 1.6% ta'u lafa jalaa (aquifer) keessatti argama, parsentiin 0.001% ta'u immo qilleensa keessatti akka hurkaa, duumessaa fi Walit-qabama ta'e argama.[2] Bishaan galaana yookan garba keessatti argamu parsentii 97% bishaan fulla lafa yoo qabatuu, cabbiin fixee kaabaa fi kibbaatti argamu parsentii 2.4% fi gossi bishaan lafa kan birra akka lagaa fi haroo immo parsentii 0.025% qabatuu.
Bishaan gosaa fi akkataa kaneen keessa ta'e Marsaa Bishanii keessa Hurkuu fi Ademaa, Walit-qabama, fi ce'aa kan yeroo baayyee hanga galaana dhaqabuu ta'e ademaa. Bubeen hurkaa bishaan lafa irra qabatee ademma, kunis ce'umsaa bishaan lafa irratti godhuu wajjin wal-qixee dha, kunis ganna tokko kessatti bishaan Tt 36 geessa. Kuni immo adeemsaa bishaan lafa irratti godhuu kan hurkuu fi adeemuu irraa ka'ee kan ganna tokkotti 71 Tt ta'ee wajjin yoo walitti ida'amee ganna tokkotti bishaan hanga Tt 107 ta'etti lafa irratti ademaa. Bishaan xiqqoon tokko garuu yeroo ta'eef qabame haffa kunis kan ta'u cabbii yoo ummu, lafa jalatti (aquifers) fi haroo keessatti yoo qabamu yoo ta'u yeroo tokko tokko immo bishaan kuni akka bishaan qulqullu ta'e lafa irratti tajajilama. Bishaan hara, qulqulu ta'e ilmoo namaa fi lubbu qabeeyyii lafa irratti argamaniif bayye barbachisaa dha. Kunii immo kutaa lafa baayyetti hirdhatee argama.
Waantonii keemikaala ta'an akka soodaa, sukkaara, asidii, alkaalii fi gaazii tokko tokko keessattu ooksijiinii fi molokiyuulii orgaanikii(organic molecule) baayyen bishaan keessatti bullaa'u yookan makamuu ni danda'u. Pilaanetii keenya ala, bishaan baayyen lafa jala pilaaneetii Maarsii, baatii Yurooppaa fi Inseladuus(Enceladus) fi eksopilaaneetii(exoplanet) kan ta'ee HD 209458 b keessatti ni argama jedhame yaadama.[3]
References
gulaali- ↑ Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala’u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda’a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda’a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta’anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda’u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga’amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta’u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. Fayyaan faaya Dhibee Wal qunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu Faayidaa Timiraa Mallattoo Dhukkuba Kalee fi Wantoota Gochuu Qabnu Mallattolee Dadhabuu Onnee Dhiita'uu Qaama Saala Dhiiraa(Varicocele)fi Mallatto Isaa Haphachuu Rifeensaa Akkamiin Ittisuu Dandeenya? Mallattoo, Ka'umsaa fi Furmaata Hir'ina Dhiigaa Dhukkuba Huuba Qoonqoo/Toonsilii Faayidaa Jinjibilli Qabu
- ↑ Water Vapor in the Climate System, Special Report, [AGU], December 1995 (linked 4/2007). Vital Water UNEP.
- ↑ Water Found in Extrasolar Planet's Atmosphere - Space.com