Baayoloojii

saayinsii jiruu fi jireenya lubbu qabeeyyi qoratu

Baayoloojiin gosa saayinsii uummama kan waa'ee lubbuu fi lubbu qabeeyyii qoratu; kunis akkataa itti isaan tolfaman, guddina isaanii, faayidaa isaanii, tatamsa'ina isaanii, jijjirama tirannaa isaanii fi Ramadditti qoodu(taxonomy) of keessatti qabata.

Edit


{{{Maqaa}}}