Baacoon afoolaa Oromoo kessaa kan nama bashanansiisuu fi boharsuu dha. Namoonni baay'ees Akka armaan olitti ibsameen ittin boharuuf,ittin bashnanuuf,ittin barachuu fi kkf fayyadamu.