Amala(xiinsammuu)

Amalli (ykn yaadqalbii) wanta bineensi tokko hojjetuu fi akkaataa itti socho’aniidha. Amaloonni yaadmullataa ykn habarawaa ta'uu danda'u . Isaanis kan dhaalamanii ykn kan barataman ta'uu danda'u . Jechi kun sirnoota fi maashiniiwwan naannoo isaanii wajjin walqunnamaniifis ni fayyadama. Jechi kun akka gaariitti hin ibsamne. [1]

  1. Levitis, Daniel; William Z. Lidicker, Jr; Glenn Freund (2009). Behavioral biologists do not agree on what constitutes behavior. Animal Behavior. 78 (1): 103–10. doi:10.1016/j.anbehav.2009.03.018. PMC 2760923. PMID 20160973