Mootummaan Jimmaa mootummaa naannoo Gibee jiran keessa tokko yoo ta'u kan hundaa'es jaarraa 19ffaa keessa. Mootummaan Jimmaa karaa dhihaa Limmuu-Inaariyaa wajjin daangaa kan qooddatu yoo ta'u, karaa bahaa Mootummaa Sidaamoo kan Jaanjaroo, fi karaa kibbaa Mootummaa Kafaarraa Laga Gojabiin addaan ba'a. Jimma waraanaan mootummoota naannoo Gibee jiran keessaa isa jabaataa dha.

File:Colonial-era Abyssinian jimma kingdom.png

Liinkii alaa gulaali