Mootummaa Aaksuum

LocationAksumiteEmpire.png

Mootummaa Aaksuum ykn Aaksuum, Impaayera Aaksumis ni jedhama, biyyaa kaaba Itoophiyaa fi Eertiraa turtee fi daldalaan beekamtuu yoo taatu kan turtes tilmaamaan 100-940 DhKB.