Islaamaa
(Islaama irra kan qajeele)
Islaamaa amantii Waaqa tokko jedhurratti hundaa'e fi amantii Abraamii yoo ta'u Qur’aana, kan amantoota Islaamaatiin jecha Waaqaa qabate jedhamee amanamuu, fi barsiisaa fi jireenya fakkeenyaa kan Muhaammadii irratti hundaa'a; Muhaammad raajii dhumaati jedhamee amanama. Islaamaa jechuun namni hunduu du'a hin oolu jedhuf Waaqa tokko tahe osoo ijaan hin argin akka nama argetittii itti amanuu, waan ajaja isarraa dhufee hordofuu jechudhaa. Muhaamad (SAW) immo waan waaqni itti hime ergaa san ummataaf dabarsuu Irrattii hundaa'a.

Amantii |
Budizimii | Hinduuyizimii | Judaayizimii | Waaqeffannaa | Islaamaa | Kiristaanummaa |