Qorkee
?Qorkee | ||||||||||||
---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|---|
odeeffannoo saayinsaawaa | ||||||||||||
| ||||||||||||
Qorkee ( Roomaa : Alcelaphus buselaphus ) hoosistuu Itoophiyaa fi Afrikaa keessatti argamudha .
Maalummaa saayinsaawaa bineensichaa
gulaaliqorke gosa tokko qofa yoo ta'u gosa kana keessatti gara gosa xiqqaa 8tu jira. Gosti xiqqaan A. buselaphus tora Itoophiyaa fi Ertiraa keessatti argamu akka badu yaadameera; 250 qofatu hafe jedhama.